or
KAROORA KEENYA

Amajjii 1, 2020 fi isa irraa eegalee tokkoon tokkoon daa’imman dhalatanii karaa lakkoofsa herregaa Kolleejjii kan gara sadarkaa barnoota olaanaa fi leenjii ogummaatti geessu irratti kan galmeessinu ta’a.

Poortaalii Qusannoo

Kaka’umsi lakkoofsa herregaa CollegeBound Saint Paul kan magaalaa waliigalaa jalqaba irratti kan inni fayyadu, maatiin barnootaa fi fuul-duree ijoollee isaanii keessatti bu’uura deggersaa cimaa ta’e kaa’anii akka darbaniifii dha. Maatiin qarshii dabalataa gumaachuu kan danda’an, lakkoofsa herregaa isaanii akkasumas abjuun isaanii daa’ima isaanii waliin guddachaa yoo adeemuus ilaaluu kan danda’an ta’a.

Carraa ijoollota isaanii isa gara fuula duraatiif yaadanii qusachuu fi karoorsuun maatiidhaaf ulfaataa ta’uu waan danda’uuf hawaasni walitti dhufuudhaan CollegeBound Sain Paul jedhamu qopheessuudhaan ijoollota isaaniitiif akka qusatanii fi akka karoorsan gargaaree jira. Barnoota ijoollee keessaniitiif amma irraa jalqabuun qusachuu fi karoorsuu eegaluun kan yeroo isaan umurii kolleejiitiif qophaa’aniitii wajjin garaa-garummaa guddaa qabaachuu danda’a.

CollegeBound Sain Pau inni jedhamu kun kan inni ittiin qophaa’eef akkasumas, kan inni yaadameef maatiiwwan hawaasicha keessatti umurii mana barumsaa sadarkaa lammaffaa booda gara barumsaatti ergatan gargaaruuf. Ammaa eegalee waa’ee barnoota daa’ima keessaniitiif qusannaa fi karoora baasuu eegaluun, kan yeroo isaan Kolleejii seenuuf qophaa’anii waliin yoo wal bira qabamee ilaalamutti garaa-garummaa guddaa ni qabaata.

Caalmaatti hubachuu
Galmaa’uu
Daa’ima keessan har’uma galmeessaa
CAALMAATTI HUBACHUU
Waa’ee
Waa’ee sagantichaa caalmaatti hubachuuf
CAALMAATTI HUBACHUU
Maamila ta’uu
Hawaasa keessan caalmaatti jabeessuuf deggeraa
CAALMAATTI HUBACHUU
E-MEEYILII AMAYYOOMSUUF OF GALCHAA

CollegeBound ammayyoome argachuuf armaan gaditti teessoo kan e-meeyilii keessanii galchaa.


Teessoo, kan e-meeyilii keessanii itti galchuun gara dirsariitii kan Magaalaa Saint Paul tti isin qajeelcha.

Privacy Settings
We use cookies to enhance your experience while using our website. If you are using our Services via a browser you can restrict, block or remove cookies through your web browser settings. We also use content and scripts from third parties that may use tracking technologies. You can selectively provide your consent below to allow such third party embeds. For complete information about the cookies we use, data we collect and how we process them, please check our Privacy Policy
Youtube
Consent to display content from - Youtube
Vimeo
Consent to display content from - Vimeo
Google Maps
Consent to display content from - Google
Spotify
Consent to display content from - Spotify
Sound Cloud
Consent to display content from - Sound
CollegeBound Saint Paul