or

Hirmaadhu

Waayee Saayiban Hawaasaa

Saayiban Hawaasaa nammootaa fi dhaabota karaa CollegeBound Saint Paul jireenya hawaasa isaanii fooyyesuuf of kennanii dha

Chaampiyoonota

Sagantaa CollegeBound Saint fi mula’ata isaa ni degertu? Yoo deebiin keessan ‘eeyyee’ ta’e isin silayyuu sagantaa kanaaf chaampiyoonii dha!

Akka Chaampiyoonaatti:

  • Hawaasa Chaampiyoonota, ambaasaadaroota, fi saayiban hawaasaa wajjin wal-agarta hawaasa keenya cimsuudhaaf
  • Sagantaa kana  ni degerta hawaasa kee fi quunnamamtoota keef qooduudhaan
  • Maqaa fi asxaan kee marsariitii CollegeBound Saint Paul fi qabiyyee sagantaa isaanii irratti sii ba’a
  • Taatewwan adda addaa fi carraawwan tola ooltummaa tokko tokkoof ni afeeramta

Hawaasa kee cimsuuf gargaari. Champiyoona Saganta  CollegeBound Saint Paul ta’uuf har’a galmaa’i!

Galmaa’a
Tarreeffama kan shaampiyoonaa

Ambaasadaroota Sagantaa

Ambaasaadarooti Sagantaa Outreach kan CollegeBound Saint Paul warroota akka kee ti! Ambaasaadarooti maatii dhaafi hawaasi akka qooda fudhataniifi hojjetu.

Ambaasaadarooti Sagantaa Outreach kan CollegeBound Saint Paul wanti godhan:

  • Hawaasa Chaampiyoonota, ambaasaadaroota, fi saayiban hawaasaa quunnamuu dhaan hawaasa keenya jabeessuu gargaaru

  • Sagantootaa fi taatewwan qopheessuudhaan ammas maatilee hawaasa keessatti waayee sagantaa CollegeBound Saint Paul hubannoo ol-kaasu’u

  • Leenjii dhaafii carraa ogummaa guddisuu keessatti qooda fudhachuu dhaan hojii hoogganuu

  • Warroota wal-amananii fi maatilee wajjin walitti dhufeenya qaban hawaasa keessaa kakaasuudhaan maatilee fi magaalaaf daandii egeree ijaaruu

Ambaasaadara Sagantaa Outreach kan CollegeBound Saint Paul ta’uu feeta yoo ta’e galmaa’uuf  CollegeBound@ci.stpaul.mn.us  dhaan nuquunnami . Ambaasaadaroota galmeessuun Amajjii 2020 tti eegala

Shariika dhaabbata hawaasaa

Yoo hawaasa keessan keessaa namoota CollegeBound Saint Paul tti fayyadamuu barbaadan wajjin kallattiidhaan hojjechuu feetan miseensa Saayiba Dhaaba Hawaasaa ta’a!

Saayiban Dhaaba Hawaasa kallattiidhaan maatiilee wajjin hojjechuudhaan qabeenyaa furtuu ta’anitti qajeelcha. Wantooti kun barnoota faayinaansii fi meeshalee, wantoota yeroo daa’imummaa fi tajaajila hawaasaa ka biroo dabalata. Saayiban Dhaaba Hawaasa gara  warra saayiban fi gargaartotaa deemuu dhaan maatileen ijoollota isaanii kan CollegeBound Saint Paul  tti galuuf ga’aa ta’an akka galmeessan gochuu dabalata

Akka Saayiban Dhaaba Hawaasa tti:

  1. Maatiilee waliin kallattii dhan  hojjechuun qabeenyaalee furtuu ta’anitti isaan quunnamsiistu (kun barnoota faayinaansii fi meeshalee, wantoota yeroo daa’imummaa fi ka biro.)
  2. Gara warra maatii, guddistoota fi eegdota daa’immanii adeemuudhaan ijoollota warra ga’aa ta’anii garuu akkasumaan hindabalamin jiran galmeessuf gargaaruu.

Tarreeffama shariika hawaasaa keessatti  shariika hawaasaa   ta’uuf Caalmaatti barachuu fi hojiirra oolchuu.

PDF buusuu

Gaaffilee?

Nuquunnama’a
Privacy Settings
We use cookies to enhance your experience while using our website. If you are using our Services via a browser you can restrict, block or remove cookies through your web browser settings. We also use content and scripts from third parties that may use tracking technologies. You can selectively provide your consent below to allow such third party embeds. For complete information about the cookies we use, data we collect and how we process them, please check our Privacy Policy
Youtube
Consent to display content from - Youtube
Vimeo
Consent to display content from - Vimeo
Google Maps
Consent to display content from - Google
Spotify
Consent to display content from - Spotify
Sound Cloud
Consent to display content from - Sound
CollegeBound Saint Paul